Dhaggeeffatoota
keenya biyya keessaaf, RSQBO
kan danbalii gabaabaa, meetir baandii 41, KHz 7560 irratti Wiixata
fi Kamisa galgala-galgala, sa'aa 8:00 WB hamma 8:30 WB (akka lakk.
habashaatti sa'aa 2:00 hamma 2:30 tti) dabraa ture, March
28, 2004 jalqabee meetir baandii 25, KHz 12120 irratti dabra.